29 Lafattiin ona akka hin taanee fi bineensonni bosonaa si miidhan achitti akka wal hin horreef, ani waggaa tokko keessatti si duraa isaan hin ariʼu.+ 30 Hamma ati wal hortuttii fi hamma lafattii dhaalaan fudhattutti suutuma suuta isaaniin si duraa nan ariʼa.+