Keessa Deebii 11:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Iddoon miila keessaniin ejjettan hundi kan keessan ni taʼa.+ Lafa onaa sana irraa hamma Libaanonitti, Lagicha irraa, jechuunis laga Efraaxis irraa hamma galaana isa kallattii dhihaatiin argamuutti* daangaa keessan ni taʼa.+
24 Iddoon miila keessaniin ejjettan hundi kan keessan ni taʼa.+ Lafa onaa sana irraa hamma Libaanonitti, Lagicha irraa, jechuunis laga Efraaxis irraa hamma galaana isa kallattii dhihaatiin argamuutti* daangaa keessan ni taʼa.+