11 Jalqaba waggichaatti, yeroo mootonni duula dhaqanitti, Daawit Amoonota akka balleessaniif Yoʼaabii fi tajaajiltoota isaa, akkasumas guutummaa raayyaa waraanaa Israaʼel ni erge; isaanis Raabaatti+ marsan; yeroo kanatti Daawit Yerusaalem keessatti hafee ture.+