-
1 Seenaa Baraa 6:77Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
77 Meraarota warra hafaniif gosa Zaabiloon+ irraa, Rimoonoo iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Taabor iddoowwan dheedichaa ishii wajjin isaaniif ni ramadan;
-
-
1 Seenaa Baraa 6:80Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
80 gosa Gaad keessaa immoo, Raamot ishii Giiliyaad keessatti argamtu iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Mahaanaayim+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,
-