-
Lakkoofsa 12:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Haa taʼu malee, walitti dhufeenyi ani tajaajilaa koo Musee wajjin qabu akkana miti! Guutummaan mana kootii imaanaadhaan isatti kennameera.*+ 8 Ani fuulaa fuulatti,*+ karaa namaaf hin galleen utuu hin taʼin ifatti isatti nan dubbadha; inni fuula Yihowaa ni arga. Maarree isin tajaajilaa koo Musee mormitanii dubbachuu kan hin sodaanne maaliifi?”
-