LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 13:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Achiis Kaaleb, “Ammuma kaanee ol haa baanu; nuti dhugumaan ishii waan moonuuf, biyyattii dhaalaan akka fudhannu homaa hin shakkinu” jechuudhaan uummata Musee dura dhaabbate sana tasgabbeessuuf yaale.+

  • Lakkoofsa 14:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Iyyaasuu+ ilmi Nuunii fi Kaaleb+ ilmi Yofunee warri namoota biyyattii basaasan keessa tokko turan uffata isaanii tarsaasanii, 7 guutummaa yaaʼii Israaʼeliin akkana jedhan: “Biyyattiin basaasuuf keessa darbine sun biyya baayʼee gaarii taate dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi