Keessa Deebii 1:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 ishii kan argu Kaaleb ilma Yofunee qofa dha. Inni garaa guutuudhaan* Yihowaa duukaa waan buʼeef ishii ni arga; anis biyya inni irra deeme sana isaa fi ilmaan isaatiif nan kenna.+
36 ishii kan argu Kaaleb ilma Yofunee qofa dha. Inni garaa guutuudhaan* Yihowaa duukaa waan buʼeef ishii ni arga; anis biyya inni irra deeme sana isaa fi ilmaan isaatiif nan kenna.+