LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 10:38, 39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Dhuma irrattis Iyyaasuun guutummaa Israaʼelii wajjin gara Deebiritti+ garagalee ishii waraane. 39 Innis ishii, mootii ishii fi magaalota ishii hundumaa ni qabate; isaanis nama tokko illee utuu hin hambisin+ namoota* ishii keessa jiran hundumaa goraadeedhaan rukutanii guutummaatti balleessan.+ Akkuma Kebroon, Libnaa fi mootii ishii irratti godhetti, Deebirii fi mootii ishii irratti ni godhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi