-
Iyyaasuu 10:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Achiis Iyyaasuun guutummaa Israaʼelii wajjin Maaqedaadhaa gara Libnaa dhaqee Libnaa+ waraane.
-
-
2 Mootota 8:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Haa taʼu malee, Edoom hamma harʼaatti Yihudaa irratti akkuma fincila kaastetti jirti. Libnaanis+ fincila kan kaaste yeroo sanatti ture.
-