28 Dhaalli isaanii fi gandeen isaanii kanneen kana turan: Beetelii+ fi magaalota ishii jalatti argaman, gara bahaatiin Naʼaaraan, gara dhihaatiin Geezerii fi magaalota ishii jalatti argaman, akkasumas Sheekemii fi magaalota ishii jalatti argaman, hamma Aayaa* fi magaalota ishii jalatti argamanitti;