-
Keessa Deebii 21:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Ilmi dubartii hin jaallatamne sanaa firii jalqaba jabina isaa waan taʼeef, wanta qabu hundumaa keessaa dachaa lama isaaf kennuudhaan akka ilma angafaatti isa ilaaluu qaba. Mirgi angafummaa kan isaa ti.+
-