-
Lakkoofsa 36:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Ijoollee durbaa Zelofehaad ilaalchisee wanti Yihowaan ajaje kana dha: ‘Isaan nama barbaadanitti heerumuu ni dandaʼu. Haa taʼu malee, isaan namoota maatii gosa abbaa isaanii keessaa taʼanitti heerumuu qabu.
-
-
Lakkoofsa 36:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Dhaalli isaanii gosa maatii abbaa isaanii keessatti akka hafuuf, isaan namoota maatiiwwan Minaasee isa ilma Yoseef taʼe sanaa keessaa taʼanitti ni heeruman.
-