LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 20:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, isaan Galiilaa ishii naannoo gaarotaa Niftaalemitti argamtu keessatti Qeedeshiin,+ naannoo gaarotaa Efreem keessatti Sheekemiin,+ akkasumas naannoo gaarotaa Yihudaa keessatti Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebrooniin kaayyoo kanaaf ni murteessan.*

  • Iyyaasuu 24:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Achiis Iyyaasuun gosoota Israaʼel hundumaa Sheekemitti walitti qabe; jaarsolii Israaʼel, dura buutota isaanii, abbootii murtii isaanii fi geggeessitoota isaaniis+ ni waame; isaanis Waaqa dhugaa dura dhaabbatan.

  • 1 Seenaa Baraa 6:66, 67
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 66 Maatiiwwan Qehaatotaa keessaa tokko tokko magaalota gosa Efreem irraa argatanii fi naannoo isaanii taʼan qabu turan.+ 67 Isaanis magaalota* itti baqatan, Sheekem+ ishii naannoo gaarotaa Efreem keessatti argamtu iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Geezer+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi