Iyyaasuu 16:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Achiis Taaphuʼaa+ irraa kaʼee karaa dhihaatiin gara Laga Gogaa Qaanaatti itti fufee galaanicha biratti dhaabbata.+ Dhaalli gosa Efreemiif akka maatii maatii isaaniitti kenname kana dha;
8 Achiis Taaphuʼaa+ irraa kaʼee karaa dhihaatiin gara Laga Gogaa Qaanaatti itti fufee galaanicha biratti dhaabbata.+ Dhaalli gosa Efreemiif akka maatii maatii isaaniitti kenname kana dha;