-
Iyyaasuu 10:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yeroo isaan Israaʼel jalaa baqachaa fi Beet Hooron irraa gad buʼaa turanitti Yihowaan hamma Azeeqaatti samii irraa cabbii guguddaa isaan irratti roobse; isaanis ni dhuman. Warra goraadee Israaʼelotaatiin duʼan irra warra cabbii sanaan duʼantu caala ture.
-
-
Iyyaasuu 21:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Leewwota gidduudhaa maatiiwwan Qehaat warra hafaniif gosa Efreem keessaa magaalonni carraadhaan isaaniif ni kennaman.
-
-
Iyyaasuu 21:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Qibzaayim iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Beet Hooron+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.
-