Abbootii Murtii 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ishiinis Qeedesh Niftaalem+ keessaa Baaraaq+ ilma Abinoʼaamiin waamsistee akkana isaan jette: “Yihowaan Waaqni Israaʼel ajaja kana kenneera: ‘Dhaqiitii Gaara Taaboritti duuli;* Niftaalemii fi Zaabiloon keessaas namoota 10,000 fuudhii dhaqi.
6 Ishiinis Qeedesh Niftaalem+ keessaa Baaraaq+ ilma Abinoʼaamiin waamsistee akkana isaan jette: “Yihowaan Waaqni Israaʼel ajaja kana kenneera: ‘Dhaqiitii Gaara Taaboritti duuli;* Niftaalemii fi Zaabiloon keessaas namoota 10,000 fuudhii dhaqi.