Abbootii Murtii 4:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Akka tasaa taʼee, Hebeer Qeenichi Qeenota kaan irraa adda baʼee ture; Qeenonni+ sanyii Hobaab isa abbiyyuu Musee+ taʼee ti; dunkaanni Hebeeris muka guddaa Zaʼaanaaniim isa Qeedeshitti argamu bira dhaabamee ture.
11 Akka tasaa taʼee, Hebeer Qeenichi Qeenota kaan irraa adda baʼee ture; Qeenonni+ sanyii Hobaab isa abbiyyuu Musee+ taʼee ti; dunkaanni Hebeeris muka guddaa Zaʼaanaaniim isa Qeedeshitti argamu bira dhaabamee ture.