Abbootii Murtii 1:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Kanaafuu, Amooronni Gaara Herees, Ayiloonii+ fi Shaʼaalbiimiin+ gadhiisanii deemuu didan. Humni* mana Yoseef yommuu dabaletti* garuu, isaan hojii humnaa ulfaataa taʼe akka hojjetan dirqisiifaman.
35 Kanaafuu, Amooronni Gaara Herees, Ayiloonii+ fi Shaʼaalbiimiin+ gadhiisanii deemuu didan. Humni* mana Yoseef yommuu dabaletti* garuu, isaan hojii humnaa ulfaataa taʼe akka hojjetan dirqisiifaman.