LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 faanni miila luboota Taabota Yihowaa isa Gooftaa guutummaa lafaa taʼee baatan sanaa bishaan Yordaanos akkuma tuqeen,* bishaan Yordaanos inni gubbaadhaa yaaʼaa ture yaaʼuu isaa ni dhiisa; bishaanichis akkuma hidha lagaatti* ni dhaabbata.”+

  • Iyyaasuu 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 bishaan gubbaadhaa yaaʼaa ture sun bakkuma jirutti ni dhaabbate. Bishaanichi baayʼee fagaatee magaalaa Addaam ishii Zaaretaan biratti argamtutti akka hidha lagaatti* kaʼee ni dhaabbate; bishaan Galaana Arabaatti, jechuunis Galaana Soogiddaatti* gad yaaʼu immoo ni goge. Bishaanichi ni dhaabbate; sabichis bakka fuullee Yerikoo jirutti ni ceʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi