-
Keessa Deebii 19:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Atis naannoo biyya Waaqni kee Yihowaan akka dhaaltu siif kenne sanaa bakka sadiitti hiri; namni nama ajjeese kam iyyuu magaalota sana keessaa ishii tokkotti baqachuu akka dandaʼuuf daandii tolchi.
-