-
Lakkoofsa 35:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Sababiin isaas, inni hamma lubni ol aanaan duʼutti magaalaa itti baqatamu keessa jiraachuu qaba. Lubni ol aanaan sun erga duʼee booda garuu, namichi lubbuu balleesse sun gara lafa isaatti deebiʼuu ni dandaʼa.+
-