-
1 Seenaa Baraa 6:61Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
61 Maatii gosichaa irraa, walakkaa gosichaa fi walakkaa gosa Minaasee irraa, Qehaatota warra hafaniif magaalonni kudhan carraadhaan ni kennaman.+
-
-
1 Seenaa Baraa 6:70Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
70 walakkaa gosa Minaasee keessaa immoo, Aneer iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Bilʼaam iddoowwan dheedichaa ishii wajjin maatiiwwan Qehaatotaa warra hafaniif ni kennan.
-