-
1 Seenaa Baraa 6:64, 65Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
64 Akka kanaan Israaʼelonni magaalota kana iddoowwan dheedichaa isaanii wajjin Leewwotaaf ni kennan.+ 65 Kana malees, magaalota maqaa isaaniitiin ibsaman kana gosa Yihudaa, gosa Simiʼoonii fi gosa Biiniyaam irraa carraa buusanii isaaniif ni ramadan.
-