-
Iyyaasuu 19:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis Saariid irraa kaʼee kallattii bahaatiin gara baha biiftuutti, gara daangaa Kisloot Taaboritti qajeelee, gara Daaberaatitti+ erga achi baʼee booda gara Yaafiʼaatti ol baʼa.
-
-
Iyyaasuu 19:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Dhaalli sanyiin Zaabiloon akka maatii maatii isaaniitti+ argatan kana ture. Magaalonnii fi gandeen isaaniis kanneen kana turan.
-