1 Seenaa Baraa 6:74, 75 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 74 gosa Asheer irraa Maashaal iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Abdoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,+ 75 Huqooq iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Rehoob+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,
74 gosa Asheer irraa Maashaal iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Abdoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,+ 75 Huqooq iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Rehoob+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,