-
1 Seenaa Baraa 6:78, 79Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
78 Yordaanos irraa gara bahaatti naannoo Yordaanos isa Yerikootti argamutti, gosa Ruuben irraa Beezer ishii lafa onaa keessatti argamtu iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Yaahaaz+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 79 Qedemoot+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Mefaat iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,
-