80 gosa Gaad keessaa immoo, Raamot ishii Giiliyaad keessatti argamtu iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Mahaanaayim+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, 81 Heshboon+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Yaazeer+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin isaaniif ni kennaman.