LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 6:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Dubbiin ani harʼa si ajaju kun garaa kee keessa haa taaʼu;

  • Keessa Deebii 12:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Wantan isin ajaju hundumaa of eeggannoodhaan raawwadhaa.+ Itti hin dabalinaa, irraas hin hirʼisinaa.+

  • 2 Mootota 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Isaan wantan isaan ajaje hundumaa, jechuunis guutummaa Seerichaa isa tajaajilaan koo Museen akka hordofaniif isaan ajaje of eeggannoodhaan yoo eegan,+ lammata miilli Israaʼelotaa biyya ani abbootii isaaniitiif kenne keessaa baʼee akka jooru hin godhu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi