LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 faanni miila luboota Taabota Yihowaa isa Gooftaa guutummaa lafaa taʼee baatan sanaa bishaan Yordaanos akkuma tuqeen,* bishaan Yordaanos inni gubbaadhaa yaaʼaa ture yaaʼuu isaa ni dhiisa; bishaanichis akkuma hidha lagaatti* ni dhaabbata.”+

  • Iyyaasuu 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Luboonni warri Taaboticha baatan Yordaanos bira gaʼanii miilli isaanii qarqara bishaanichaatti akkuma lixeen (Yordaanos guutummaa yeroo makaraatti guutee ni dhangalaʼa ture),+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi