-
Iyyaasuu 22:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Boodas Israaʼelonni kaan, “Kunoo, Ruubenonni, Gaadonnii fi walakkaan gosa Minaasee daangaa biyya Kanaʼaan irratti naannoo Yordaanos keessa daangaa kan Israaʼelotaa taʼe irratti iddoo aarsaa ijaaraniiru” yommuu jedhamu ni dhagaʼan.+ 12 Israaʼelonnis yommuu kana dhagaʼan, guutummaan yaaʼii Israaʼelotaa dhaqanii isaan waraanuuf Shiilootti+ walitti qabaman.
-