-
Iyyaasuu 22:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Achiis Israaʼelonni Finahaas+ ilma Eleʼazaar lubichaa gara Ruubenotaatti, gara Gaadotaattii fi gara walakkaa gosa Minaasee warra Giiliyaad keessa jiraniitti ergan; 14 geggeessitoonni kudhanis isaa wajjin jiru turan; manneen abbootii gosoota Israaʼel hundumaa keessaa geggeessaan tokko tokko jira ture; tokkoon tokkoon isaaniis Israaʼelota kumaan lakkaaʼaman* keessatti dura buutota mana abbootii isaanii turan.+
-