-
Iyyaasuu 4:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Israaʼelonnis akkuma Iyyaasuun ajaje ni godhan. Isaan akkuma Yihowaan Iyyaasuu ajajee turetti lakkoofsa gosoota Israaʼelotaa wajjin haala wal gituun walakkaa Yordaanos keessaa dhagoota 12 ni fudhatan. Dhagoota sanas bakka bulan sanatti geessanii achi isaan dhaaban.
-