Iyyaasuu 13:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yeroo kanatti Iyyaasuun dulloomee, umuriin isaas sokkee ture.+ Kanaafuu, Yihowaan akkana isaan jedhe: “Ati dulloomteetta, umuriin kees sokkeera; taʼus biyyi dhaalaan fudhatamuu* qabu hedduun jira.
13 Yeroo kanatti Iyyaasuun dulloomee, umuriin isaas sokkee ture.+ Kanaafuu, Yihowaan akkana isaan jedhe: “Ati dulloomteetta, umuriin kees sokkeera; taʼus biyyi dhaalaan fudhatamuu* qabu hedduun jira.