Iyyaasuu 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yeroo luboonni warri taabota kakuu Yihowaa baatan hamma guutummaan sabichaa Yordaanosiin ceʼutti laga Yordaanos walakkaa lafa gogaa irra dhaabbatanii+ turanitti, Israaʼelonni hundi lafa gogaa+ irra ni ceʼan. Faarfannaa 66:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Inni galaanicha gara lafa gogaatti jijjiire;+Lagicha miila isaaniitiin ceʼan.+ Nutis achitti isatti gammanne.+
17 Yeroo luboonni warri taabota kakuu Yihowaa baatan hamma guutummaan sabichaa Yordaanosiin ceʼutti laga Yordaanos walakkaa lafa gogaa irra dhaabbatanii+ turanitti, Israaʼelonni hundi lafa gogaa+ irra ni ceʼan.
6 Inni galaanicha gara lafa gogaatti jijjiire;+Lagicha miila isaaniitiin ceʼan.+ Nutis achitti isatti gammanne.+