Baʼuu 11:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ani Faraʼoonii fi Gibxii irratti dhaʼicha dabalataa tokko nan fida. Sana booda inni isin gadhiisa.+ Yommuu isin gadhiisus, inni dhugumaan asii ariʼee isin ni baasa.+
11 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ani Faraʼoonii fi Gibxii irratti dhaʼicha dabalataa tokko nan fida. Sana booda inni isin gadhiisa.+ Yommuu isin gadhiisus, inni dhugumaan asii ariʼee isin ni baasa.+