LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 17:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, isaan kana booda jinniiwwan reʼee fakkaatan*+ warra wajjin sagaagalan+ sanaaf aarsaawwan dhiheessuu hin qaban. Kun guutummaa dhaloota keessanii keessatti isiniif dambii dhaabbataa ni taʼa.”’

  • Hisqiʼel 23:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 ishiin sagaagalummaa biyya Gibxii keessatti raawwatte sana hin dhiisne; sababiin isaas, isaan yeroo dargaggummaa ishiitti ishii wajjin ciisaniiru; bobaa durbummaa ishii tuttuqanii kajeellaa guddaadhaan ishii wajjin saalqunnamtii* raawwataniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi