8 Achiis Iyyaasuun ilmi Nuun inni tajaajilaa Yihowaa taʼe umurii isaa waggaa 110tti duʼe.+ 9 Kanaafuu, isaan naannoo dhaala isaa keessatti, jechuunis Timnaat Herees+ ishii kaaba Gaara Gaʼaashitti naannoo gaarotaa Efreem keessatti argamtu keessatti isa awwaalan.+