LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 31:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isaan akka dhagaʼaniif, waaʼee Waaqa kee Yihowaa akka baratanii fi isa akka sodaataniif, akkasumas dubbii Seera kanaa hundumaa akka raawwataniif sabicha, jechuunis dhiirota, dubartoota, ijoollee* fi nama biyya ormaa magaalota* kee keessatti argamu walitti qabi.+ 13 Achiis ilmaan isaanii warri Seera kana hin beekne, bara biyya Yordaanosiin ceetee dhaalaan fudhattu sana keessa jiraattu hundumaatti kana ni dhagaʼu;+ Waaqa kee Yihowaa sodaachuus ni baratu.”+

  • Abbootii Murtii 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Sabichi guutummaa bara Iyyaasuutti, guutummaa bara jaarsolii warra Iyyaasuu boodas lubbuudhaan turanittii fi wantoota guguddaa Yihowaan Israaʼeliif godhe hundumaa arganiitti Yihowaa tajaajiluu isaa itti fufe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi