LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 50:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kanaafuu Yoseef, “Waaqayyo dhugumaan xiyyeeffannaa isaa gara keessanitti ni deebisa. Isinis lafee koo asii fuudhaatii baʼaa” jedhee ilmaan Israaʼeliin kakachiise.+

  • Baʼuu 13:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yoseef, “Waaqayyo dhugumaan xiyyeeffannaa isaa gara keessanitti ni deebisa; isinis lafee koo asii fuudhaatii baʼaa” jedhee ilmaan Israaʼel cimsee kaksiisee waan tureef, Museen lafee Yoseefis fuudhee baʼe.+

  • Ibroota 11:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yoseef yommuu duʼuu jala gaʼe, amantiidhaan ilmaan Israaʼel Gibxii keessaa akka baʼan dubbate, lafee* isaa ilaalchisees qajeelfama* kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi