-
Uumama 13:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Loox isa irraa erga addaan baʼee booda Yihowaan Abraamiin akkana jedhe: “Maaloo, ol jedhiitii bakka jirtu kana irraa gara kaabaa fi gara kibbaa, akkasumas gara bahaa fi gara dhihaa ilaali; 15 sababiin isaas, ani biyya ilaaltu kana hundumaa sii fi sanyii keetiif dhaala dhaabbataa godhee nan kenna.+
-
-
Baʼuu 33:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Yihowaan ammas Museedhaan akkana jedhe: “Saba biyya Gibxiitii baastee wajjin asii deemiitii karaa kee itti fufi. Gara biyya ani Abrahaamiif, Yisihaaqii fi Yaaqoobiif, ‘Sanyii keetiif isa nan kenna’ jechuudhaan kakadhe sanatti qajeelaa.+
-