LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 4:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ishiinis, “Ani dhugumaan sii wajjin nan deema. Haa taʼu malee, Yihowaan Siseeraa harka dubartii takkatti dabarsee waan kennuuf, duulli ati geggeessitu kun ulfina siif hin argamsiisu”+ isaan jette. Achiis Dibooraan kaatee Baaraaqii wajjin gara Qeedesh deemte.+

  • Abbootii Murtii 5:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Harka ishii hiixattee qofoo dunkaanaa fudhatte,

      Harki ishii inni mirgaas burruusa qabate.

      Ishiin Siseeraa ni rukkutte, mataa isaa ni buruqsite,

      Illee isaas ni caccabsite, ni urtes.+

      27 Inni miila ishii gidduutti kufe; lafa dhaʼees diriiree hafe;

      Miila ishii gidduutti kufee lafa dhaʼe;

      Bakka kufetti, achumatti ni moʼame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi