13 Siseeraanis yeruma sana gara laga Qiishoon dhaquuf gaariiwwan fardaa waraanaa isaa hundumaa, jechuunis gaariiwwan fardaa warra haamtuu sibiilaa qaban 900, akkasumas loltoota isaa wajjin turan hundumaa Harosheet ishii kan sabootaa taate irraa walitti ni qabe.+