Faarfannaa 20:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Tokko tokko gaariiwwan fardaatti, warri kaanis fardeenitti amanamu,+Nuti garuu maqaa Waaqa keenya Yihowaa ni waammanna.+ Fakkeenya 21:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Fardi guyyaa waraanaatiif ni qopheeffama,+Fayyinni garuu Yihowaa biraa argama.+
7 Tokko tokko gaariiwwan fardaatti, warri kaanis fardeenitti amanamu,+Nuti garuu maqaa Waaqa keenya Yihowaa ni waammanna.+