LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 49:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Yoseef+ latii muka firii godhatuu ti; inni latii muka firii godhatuu isa burqaa qarqaratti argamuu fi dameen isaa dallaatti ol yaaʼuu ti.

  • Uumama 49:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Taʼus iddaan isaa iddoo isaatii hin sochoʼu;+ harki isaas jabaa fi saffisa kan qabu akkuma taʼetti itti fufa.+ Kunis harka humna qabeessa isa kan Yaaqoob, tiksituu sanaa fi isa dhagaa Israaʼel taʼe sana irraa kan argame dha.

  • Ibroota 11:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi