-
Uumama 18:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Achiis akkana jedhe: “Yaa Yihowaa, si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, maaloo, ana tajaajilaa kee bira hin darbin.
-
-
Uumama 18:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Isin as gara ana tajaajilaa keessanii dhuftaniittu; humna keessan akka haareffattaniif* daabboo xinnoon isiniif fida. Achiis karaa keessan itti fufuu dandeessu.” Isaanis, “Tole, akkuma jette godhi” isaan jedhan.
-
-
Abbootii Murtii 13:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Yeroo kanatti Maanoʼaan maleekaa Yihowaatiin, “Maaloo, xobbaallaa reʼee tokko qopheessinee hamma siif dhiheessinutti asuma turi”+ jedhe.
-