Daaniʼel 10:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis, “Yaa nama baayʼee jaallatamaa taate*+ nana, hin sodaatin.+ Nagaan siif haa taʼu.+ Jabaadhu, eeyyee, jabaadhu” naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, “Yaa gooftaa koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhu” nan jedhe.
19 Achiis, “Yaa nama baayʼee jaallatamaa taate*+ nana, hin sodaatin.+ Nagaan siif haa taʼu.+ Jabaadhu, eeyyee, jabaadhu” naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, “Yaa gooftaa koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhu” nan jedhe.