1 Saamuʼel 17:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 Namoonni asitti walitti qabaman hundi* Yihowaan kan oolchu goraadeedhaan yookiin eeboodhaan akka hin taane ni beeku;+ lolli kun kan Yihowaa waan taʼeef,+ inni hunduma keessan harka keenyatti dabarsee ni kenna.”+
47 Namoonni asitti walitti qabaman hundi* Yihowaan kan oolchu goraadeedhaan yookiin eeboodhaan akka hin taane ni beeku;+ lolli kun kan Yihowaa waan taʼeef,+ inni hunduma keessan harka keenyatti dabarsee ni kenna.”+