Abbootii Murtii 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yommuu Israaʼelonni sanyii facaasanitti Miidiyaanonni, Amaaleqonnii+ fi namoonni Bahaa+ isaan haleelu turan. Abbootii Murtii 6:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Isaan horii isaanii fi dunkaanota isaanii qabatanii akka awwaannisaatti baayʼatanii dhufu turan;+ isaanii fi gaalonni isaaniis lakkaaʼamuu hin dandaʼan turan;+ biyyattii balleessuufis gara ishiitti ni seenu turan.
3 Yommuu Israaʼelonni sanyii facaasanitti Miidiyaanonni, Amaaleqonnii+ fi namoonni Bahaa+ isaan haleelu turan.
5 Isaan horii isaanii fi dunkaanota isaanii qabatanii akka awwaannisaatti baayʼatanii dhufu turan;+ isaanii fi gaalonni isaaniis lakkaaʼamuu hin dandaʼan turan;+ biyyattii balleessuufis gara ishiitti ni seenu turan.