-
Abbootii Murtii 6:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yihowaanis fuuldura isaa dhaabbatee, “Humna qabduun dhaqi; ati Israaʼeliin harka Miidiyaan jalaa ni oolchita.+ Kan si erge ana mitii?” isaan jedhe.
-