-
Abbootii Murtii 7:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Kanaafuu, isaan galaa fi xurumbaa erga isaan irraa fudhatanii booda, Giidewon namoonni Israaʼel kaan hundi gara mana isaaniitti akka deebiʼan godhe; kan of biratti hambise namoota 300 qofa ture. Buufanni Miidiyaan buufata Giidewonii gaditti dirree sululichaa keessatti argama ture.+
-